Viidiyoo Qophii Irreecha Hora Finfinnee Onkoloolessa 02, 2020 Tsehaay Daamxoo Your browser doesn’t support HTML5 Magaalli Finfinnee Ireecha Hora Finfinnee bara kanaatii qophiitti jirti. Alaabaan Abbaa Gadaa adabaabaayiwwan magalattiii keessa jiran hedduu irratti fanifameera.