Raashaa fi Amerikaan Maal Keessa Jiru? 

  • VOA

Miseens humna waraanaa Yukireen, Amajjii 1, 2022.

Dhuguuma Raashaan Yukreeniin ni weerartii? Addunyaan waan ta’u eegaa yeroo jiru kanatti jechootaan wal dhahuun hammaataa jira. Diploomaatoonni Amerikaa fi Raashaa Tokkummaa Mootummootaa keessatti fullaa fulleetti wal falmaa akkasumas prezidaantiin Amerikaa Joo Baaydiin waan fedhe yoo ta’e iyyuu biyyi keenyaa qophooftee jirti jechuun dhaadataa jiran,

Gabaasa Guutuu Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Raashaa fi Amerikaan Maal Keessa Jiru?

SEE ALSO: Golli Naga Eegumsaa Rakkoo Raashaa fi Yukreen Irratti Dubbachuuf Jira