Shamarree Naqamtetti Saayikilii Gumaachite

  • VOA

Shamarree Naqamtetti Saayikilii Gumaachite

Shamarree Murtii Dhugaa Sanyii dhalattuu magaalaa Naqamtee yoo taatu, barattoota shamarranii 13f Saayikiliifi uffata Ispoortii bittee kennite.

Murtiin yeroo biyya Ingilizii turtetti dorgommii Ispoortii Saayikiliirratti hirmaachaa turuu himuun, "Gocha tola ooltummaa kana raawwachuun, shamarran barnootaafi Ispoortii Saayikiliitiin fakkeenya akka tahaniif gargaara" jetteetti.

Naakoor Malkaa, Shamarree Murtii, Shamarran saayikiliin gumaachameef keessaa muraasa akkasumas Itti Gaafatamaa Waajjira Dargaggoofi Ispoortii Magaalaa Naqamtee bilbilaan dubbisuun gabaasa itti aany ergeera.

Your browser doesn’t support HTML5

Shamarree Naqamtetti Saayikilii Gumaachite