Wixineen Seeraa Itoophiyaatti Kabaja Mirga Dhala Namaa Deggaruu Bakka Bu’oota Ummataa Yunaaytid Isteetsin Ifa Godhame

Kiris Ismiiz, bakka-bu’aan ummataa godina Niwujeersii irraa

Mana-maree Yunaayitid Isteetsitti, dura-taa’aa Koree-birkii Dhimma Fayyaa fi Mirgawwan Dhala-namaa Sadarkaa Addunyaa fi Dhaabbatoota Sadarkaa Addunyaa ka ta’an – bakka-bu’aan Niwujeersii, Kiris Ismiiz, har’a “Seeraa Haaraa Mirgawwan Dhala-namaa Itiyoophiyaa Lakkoobsa 128 ” kaleessa yeroo gazexeessotaaf ibsa kennanitti ifa godhaniiru.

Wixineen seeraa kun, “Kabajaa mirgawwan dhala-namaaf kennamu deggeruu fi Itiyoophiyaa keessatti bulchiinsi hunda hammate akka jiraatu jajjabeessuu” ka jedhu.

Gabaasa guutu kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Wixineen Seeraa Itoophiyaatti Kabaja Mirga Dhala Namaa Deggaruu Bakka Bu’oota Ummataa Yunaaytid Isteetsin Ifa Godhame

Bakka bu'aa ummataa Kiriis Smiiz namoota bakka ibsi kennametti argaman wajjin, Guraandhala 15, 2017