Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni -maree Murtii Seeraa Yunaaytid Isteets Bulchaa Daldala Xixiqqaa Biyyattii Raggaasisuf Sagalee Kenuufi


Manni -maree Murtii Seeraa Yunaaytid isteets Bulchaa Daldala Xixiqqaa Biyyattii Filachuufi
Manni -maree Murtii Seeraa Yunaaytid isteets Bulchaa Daldala Xixiqqaa Biyyattii Filachuufi

Manni-maree murtii seeraa, kan Yunaayitid Isteets, ka Prezidaant Donaald Traamp – akka Bulchiinsa Daldala Xixiqqaa biyyattii hoogganan muudanii dhiheeffatan – Lindaa McMahon raggaasisuu fi dhiisuu irratti sagalee kenna – jedhamee eegama.

McMahon, sadarkaa koreetti sagalee kudha-saddeetii fi tokkoon gara guutummaa mana-mareetti dabarfaman – jedhama.

Kaleessa, manni-maree murtii-seeraa Yunaayitd Isteets – ka Prezidaant Traamp ministarummaa maallaqaa biyyattiif dhiheeffatan – Hoogganaa gabaa daldalaa “WALL STREET” duraanii Stiiven M-Nuuchiin, sagalee shantamii sadiin afurtamii toorba irra aanuun dabarsee raggaasise.

XS
SM
MD
LG