Yemenitti haleellaa humna qileessarran Israa’eel taasiften balaan osoo na irra hin ga’iin ooleera jedhan Hoogganaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Doktar Tewoodiroos Adinaahoom.
Bara 2024 kanatti Godaantoonni galaanarraan gara Ispeenitti Imaluu Yaalan Kuma Kudhanii ol du’aniiru jechuun dhaabbanni Miti mootummaa tokko gabaase.
Somaaliyaan Wiixata Kaleessaa Looltoonni Itiyoophiyaa Doolow Keessatti Haleellaa Gaggeessan Jette,Itiyoohphiyaan Garuu Haaltee Jirti
Caalaa agarsiisi