Xurree ittiin seenan

Breaking News

Prezidaantiin Somaaliyaa Gargaarsaaf Iyyatan


Prezidaantiin Somaaliyaa Gargaarsaaf Iyyatan
Prezidaantiin Somaaliyaa Gargaarsaaf Iyyatan

Beela Somaaliyaa sodaachisaa jiruuf hawaasnii addunyaa gargaarsa akka arjoomuuf prezidaantiin Somaaliyaa Formaajoon gaafatanii jiru. Miseensoota gola naga eegumsaa kan tokkummaa mootummotaa waliin Naayroobii irraa vidiyoon yeroo mari’atan kana dubbatan.Lammiwwan Somaaliyaa Miliyoona 6 gargaarsa dhala namaa kan barbaadan yoo ta’u dhukkubii koleeraa hammaataa akka jiru ibsamee jira.

Kan baatii darbe aangoo qabatan prezidaantiin Somaaliyaa uummanni biyya isaanii nyaataa fi bishaan barbaacha lafa dheeraa lafoo akka adeemu gaafatan.Rakkoon kun ituu hin hammaatyiin ittisuuf yaalii hawaasnii addunyaa amma gochaa jiru hanqiina maallaqaa hamaan isa mudatee jira.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Prezidaantiin Somaaliyaa Gargaarsaaf Iyyatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:10 0:00

XS
SM
MD
LG