Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duulli Talaalii Pooliyoo kun Mallattoon Dhukkubichaa Mumul’achuu Irraa Toosisame


Guutummaa Itiyoophiyaa keessatti, duulli Talaalii Pooliyoo har’a irraa jalqabee geggeessama. Talaalii Pooliyoo guutummaa biyyattii keessatti geggeessuuf sababaan dhukkubichi biyyoota ollaa keessatti argamuu isaa ta’uu dubbatu - Ministrii Fayyaa Federaala Itiyoophiyaatti - qondaalli Gameettiin Sab-qoonnamtii - Aadde Maammituu Keffiyaalew.

Akka Aadde Maammituun jedhanitti, duula ammaa kanaan guutummaa Itiyoophiyaa keessatti ijoolleen miliyoona 13 ta’an akka tallaalaman tu koroorfame. Guyyoota sadi’iif geggeessama duulli talaalii pooliyoo kun. Waa’ee mallattoo pooliyoo Itiyoophiyaa keessatti argamees dubbatanii jiran.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:31 0:00
Xurree marsariitii
XS
SM
MD
LG