Warri Ameerikaa Akkamitti Pirezdaantii Filatan? Kutaa 1
Lammiiwwan Yunaaytid Isteets oggaa afur afuritti piresdaantii isaanii filatan. Filannoon kun qophii guddaatu itti godhamaa, yeroo fi maallaqa guddaatu itti baha.