Xurree ittiin seenan

Breaking News

Weellisaa Koongoo beekamaa Papa Wembaa jechaa dhageettanii? Afrikaanotii biyya alaa jiran kuno akkana jedhanii…


Weellisaa Koongoo beekamaa Papa Wembaa jechaa dhageettanii? Afrikaanotii biyya alaa jiran kuno akkana jedhanii…
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:15 0:00

Jules Shungu Wembadio Pene Kikumba weellisaa Koongoo Demokiraatittii beekamaa.maqaa Papa Wemba yoo tokko tokko ammoo King of Rumba Rock jedhuun beekama. Weellisaa fi nama sirba Koongoo Rumbaa,Sokousii fi ndombolo jeshan sirbuun beekamu.Weellistoota Afrikaa bebeekamoo sirba Afrikaa addunyaatti beessise keessaa tokko. Qabsoo uffata naqatanii jabana garbummaa diduuf La Sape jedhan diduuf gama baandii isaa Viva La Musica jedhuun qabsaahe. Namii dhiyoo tana ganna 66 biyya Ayvoorii Koostitti lubbuu dhabe.

XS
SM
MD
LG