Xurree ittiin seenan

Breaking News

Murtii Seenaa Qabeessa:Yunaaytiid Kiingidam Gamtaa Awroopaa dhiiste akka baatu sagalee ummataatin murtoofnan Deevid Kaameruun angoo gadhiisuudha qophaahuu isaa beeksise


Murtii Seenaa Qabeessa:Yunaaytiid Kiingidam Gamtaa Awroopaa dhiiste akka baatu sagalee ummataatin murtoofnan Deevid Kaameruun angoo gadhiisuudha qophaahuu isaa beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:58 0:00

Ummanni ‪‎UK‬ kaleessaa dhimma kana irratti sagalee kennaa oole. Namootaa sagalee kennan keessa harki 52, UK Gamtaa Awroopaa irraa walaba taate barbaanna jedhan. Kanatu hojii irraa oluudhaa deema. Muummichi Ministirii UK, Deevid Kaameruun, “ akkaataa Biritaaniyaan gamtichaa dhiistee itti baatuu mijeesuun anaan odoo hin ta’in muummee ministirii biraatiin hogganamuu qaba” jechuudhan angoo irra bu’uu murteessuu isaa ifa godheera. Deeviid amma Onkoloolessa dhufuutti qofa angoo irra tura

XS
SM
MD
LG