Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itoophiyaa Labsii Yeroo Atattaamaa Ji'a Jahaa, Han Guyyaa Kaleessaati Qabe Hojiirra Oole Ifa Godhe


Mummicha ministiraa Itoophiyaa, Obboo Hayilamaariyam Dasaalanyi
Mummicha ministiraa Itoophiyaa, Obboo Hayilamaariyam Dasaalanyi

Itoophiyaan labsii yeroo atattamaa ji'a jaahaa guyyaa kalessaatii qabee hojii irra oolu labsite.

Manni maree ministirootaa lubbuu namaa fi qabeenya irratti badii gahaa jiru irratti gadi fageenyan erga mari'atee booda, ijjannoo kanarra gahuu isaa muummich ministiraa biyyattii Obboo Haylamaariyaam Dasaalanyi ibsaa harra gaazexeessotaaf kenne irratti dubbateera.

Obboo Haylamaariyaam dabaluudhaniis, komaandi poostiin labsii yeroo atattaamaa kana hoogganus waajjira muummee ministirii jalatti dhaabbachuu isaa fi balliini qabiyyee labsiichaa fun-duratti ifa han godhamu ta'uu beeksiiseera.

XS
SM
MD
LG