Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hariiroo Garee Traampii fi Raashiyaa Gidduu Jira Jedhame Deebii Barbaada: Paul Ryan


Hariiroo Garee Traampii fi Raashiyaa Gidduu Jira Jedhame Deebii Barbaada: Paul Ryan
Hariiroo Garee Traampii fi Raashiyaa Gidduu Jira Jedhame Deebii Barbaada: Paul Ryan

Afaan yaa’iin mana maree US Paul Ryan gabaasaalee hariiroo angawoota duula filannoo Traamp fi Raashiyaa gidduu kan yeroo duula filannoo ture jedhu deebii argachuu qaba jedhan.

Deebii argachuu qabna. Ennaan nuti fuula duratti sosso’aa jirrutti homtuu akka hin ta’in adda baafachuu qabna jechuu dhaan
Ryan gaaffii fi deebii TV NBC waliin geggeessaniin ibsaniiru.

Hariiroo Traamp fi Raashiyaa gidduu jiru ilaalchisee sadarkaa kongresiitti qorannaalee sdiitu geggessamaa jira. Rayan qorannaa kana keessatti abbaan alangaa addaa ramadamuu isaa hin dubbanne garuu qorannaan gam lamaan hirmaachise geggeessuun barbaachisaa ta’uu cimsanii yaadachiisuu dhaan odeeffannoon basaasaa saaxilamuu dhabuu isaa mirkaneeffachuu qabna jedhan.

XS
SM
MD
LG