Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Teeraan Keessatti Raawwatameef Iran Saa’udii Himatte


Haleellaa Teeraan
Haleellaa Teeraan

Waraani Ira kan “Iran’s Revolutionary Gurds jedhaman Teheran keessatti haleellaalee shorokeessummaa raawwataman lamaaf Saud Arabiyaa himatan.

Ibsi himannaa sun akka jedhutti haleellaaleen sun kan raawwataman prezidaantii Us fi hoogganoota boodatti hafoo Saaudii kanneen shorokeessummaa deggeran gidduutti wal ga’iin geggeessamee torban tokko booda. Gareen IS itti gaafatama fudhachuun jarri kun haleellaa suukaneessaa sana keessaa harka qabaachuu isaanii mirkaneessa jedha ibsichi.

Gareen IS haleellaa yoo xiqqaate namoota 12 galaafatee kanneen biroo 42 madeesse sanaaf itti gaafatama fudhate.

XS
SM
MD
LG