Xurree ittiin seenan

Breaking News

Halellaa Landanitti Godhameen Walqabatee Amma Ammaatti Shakkamtoonni 12 To'annaa Jala Oolfaaman


Shakkamtoota keessaa Khuram Shazad Butt fi Rachid Redouane
Shakkamtoota keessaa Khuram Shazad Butt fi Rachid Redouane

Sambat-duraa darbe magaala Landanitti namoonni sadi konkolaataa vaanii fayyadamuudhan namoota naannoo riiqicha ‘London Bridge’ jedhamuuti bashannannaa turn rukkutaan. Haleellaa saniin lubbun namoota torbaa baduu fi shantamaa ol madaahuunibsameera. Ergasii poolisoonnii Landan fi humnoonni farra shororkeessuummaa biyyatti eegumsa cimaa gochaatii jiran.

Gabaasa guutuu dhaggeeffadhaa

Halellaa Landanitti Godhameen Walqabatee Amma Ammaatti Shakkamtoonni 12 To'annaa Jala Oolfaaman
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:57 0:00

XS
SM
MD
LG