No media source currently available
Raabiyaa Kubeel amantaa Islaamaa oggaa kudhan dura fudhatte. Dhiheenya kana masjiida haaraa Yunaaytid Isteets godina Kaalifoorniyaatti banteetti. Masjiida kana maaltu adda godha? Dhaggeeffadhaa. #Religion #Oromo #Ethiopia