Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kooriyaa Kaabaa Miaaylia Ka Biroo Furguggifte


Kooriyaan kaabaa torbanneen xiqqoo keessatti ammas misaayila ballistic Missile jedhu furguggisuu ishee Pentagon beeksisee jira.

Dubbi himaan Pentagon ajajaan humna galaanaa Jeff Davis ibsa kennaniin miaaylli kooriyaa kaabaa ka biroon furguggifamuu adda baafanne jedhan. qorannaa geggeessuu dhaan odeeffannoo itti dabalaa kennina jedhaniiru.

Davis akka jedhanitti miaayilli kun har’a ganama saa 10:45 irratti dhukaafame.

Muummichi ministeeraa Japaan Shinzo Abe akka jedhanitti misaayilli sun tarii dachii godinaa daldalaa Jaappan irra bu’uu mala. Deebii kennuuf jecha illee angawoota Jaapan wal ga’ii hatattamaa waamanii jiran.

XS
SM
MD
LG