Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Sabani barate mirga ofii beeka kanaaf barnoota irratti xiyyeeffadhe ummata ko gargaaruu baayyeen jaaladha'


‘Sabani barate mirga ofii beeka kanaaf barnoota irratti xiyyeeffadhe ummata ko gargaaruu baayyeen jaaladha'
please wait

No media source currently available

0:00 0:23:50 0:00

Obboo Dinquu Dayyaasaa ' "abbaa hiyyeessaa' nama waan hedduun faarsan.Investimentiin isaa hagii guddaan baranoota Yuniverstiin isaa, Rifti Vaaliin damee 40 calaaa Itoophiyaa keessaa qabdi,tana keessaa 30 oli Oromiyaa keessa.Akka qonnaan bulaan waldaan ufi jaaree investera tahu waldaan jaara.

XS
SM
MD
LG