Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obaamaan Keeniyaa Daawwatani


Obaamaan Keeniyaa Daawwatani
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:47 0:00
Prezidentiin Ameerkiaa duraanii Baaraak Obaamaa biyya dhalootaa Abbaa isaanii daaawwatan. Obaamaan dilbata akka Naayiroobii gahaniin pirezedaantii biyyattii uhuuruu Keeniyaattaa fi dursaa paartii mormituu Raaylaa Odiingaa waliin mariyataniiru. Kaleessas bakka dhaloota abbaa isaanii ‘kutaa bulchiinsa Siyaayaa’tti imaluun giddu gala dargaggootaaf tajaajila adda addaa kennu eebbisiisaniiru. Yeroo kanas dubbii dhageessisaniin, ‘dargaggoonni biyyattii sichi barnoota barbaacha qe’ee dhiisee deemuun akka hin malle dubbatan.’
XS
SM
MD
LG