Xurree ittiin seenan

Breaking News

“Hunduu abjuu ofii qaba, abjuu walitti bu’uu fi wal dhiitu”


“Hunduu abjuu ofii qaba, abjuu walitti bu’uu fi wal dhiitu”
please wait
Embed

No media source currently available

0:00 0:08:15 0:00

Dhimma alaabaa laalchisee, “Machiin siyaasaa gadheedha,” an jedhan dura ta’aan paartii mormituu Kongiresii Federaalaa Oromoo,Dr. Mararaa Guddinaa, haalli amma Itoophiyaa keessa jiru sirritti qabamuu baannan balaan isaa an oggoota 45 dura argineen wal fakkaachuuf deema jedhan.

XS
SM
MD
LG