Xurree ittiin seenan

Breaking News

Nagaa keenya Jabeessinee akka eegnuuf kan yoo nagaan dhabamuu Caalaatti Miidhamtu “Maqaa Haadhaan” Isin Gaafadha: Prezidaant Saahilawarq


Prezidaant Saahilawarq Zawdee
Prezidaant Saahilawarq Zawdee

Manni maree Federeeshinii fi kan bakka bu'oota uummataa Ambaasaaddar Saahilaworq Zawdee sagalee guutuun prezidaantii Itiyoophiyaa gochuun har’a filee jira. Kunis erga pireezidantiin duraanii Dr. Mulaatuu Tashoomaa fedhii ofiin aangoo gadhiisuuf gaaffiin dhiyeessan fudhatama argatee booda.

Biyya guddoo ijaaruuf abjuu qabnu dhugoomsuuf karaa nagaan ala filannoon biraa ykn karaa gabaabaan biraa hin jiru kan jedhan prezidaant Saahlaworq kanaaf hundi keenya nagaa keenya jabeessinee akka eegnuuf hundaa caalaa yoo nagaan jeeqame kan gidiraan irra ga’u maqaa haadhaan jabeesseen isin gaafadha jedhan.

Muudama dubartootaa kan gidduu kanaa irratti biyya keessaas ta’e alaa dubartonni yaada maalii qabu?

Caqasaa.

Nagaa keenya Jabeessinee akka eegnuuf kan yoo nagaan dhabamuu Caalaatti Miidhamtu “Maqaa Haadhaan” Isin Gaafadha:Prezidaant Saahilawarq Zawdee
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:14 0:00

XS
SM
MD
LG