Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibidda Kaalifoorniyaa


Ibidda Kaalifoorniyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:57 0:00

Yunaaytid Isteets godina Kaalifoorniyaatti ibiddi daggalaa torban darbe ka’e ammallee dhaamuu in dandeenye. Balaan hamaan kun ubbuu 42 galaafateera. Kana malees, as buuteen namoota 228 in beekkmau. Akka hooggantoonni godinichaa ibsanitti abidichii gamoowwan fi manneen 6,600 ta’an barbadeesseera.

XS
SM
MD
LG