Gaafii fi deebii VOA-n Pirezdaantii Yunaaytid Isteets Doonaald Traap wajjin guyyaa harraa geggeesse irratti
Traamp walgahii pirezdaantii Raashiyaa, Vilaadmir Putiin wajjin karoorfatanii turan maaliif akka hambisaan gaafatamanii,
" Waan Yukireeyin wajjin wal-qabatee uummameen walitti hoo laallee.... yeroon kun yeroo sirrii miti," jechuudhan deebisaniiru.