Wal dhaba naannolee lamaaniitiin nama hedduutti dhuamtee kuma hedduutti baqate.
Akka bulchiinsii Bulchiinsaa Nageenya Naanno Somalee Obbo Abdiadil Hasan jedhanitti rakko kana qaamolee biraatu jiddu seenuun hammessa jira garuu naannoleen lamaanuu faluutt jiran.