Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaamsa Ayyaana Waggaa: Dr. Abiyyi Ahimad


Mummichi Ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad hordoftoota amantii kristaanaaf dhaamsa dabarsaniin dhaloota gooftaa yesuus yeroo yaadanuu kanatti biyya keenyas haa yaadannu jedhan.Bara Yesuus dhalateetti haallii Beteliheem fi naannoo ishee keessa ture har’as biyya keenya keessatti mul’ataa jira jedhan.

Bara keenya keessa kan argame carraan biyya keenya foyyeessuu, guddisuu fi ammayyummaa akka qabaattu gochuu akka hin dhabneef akka nama hubataa tokkotti haa yaadnu jedhanii jiran.

XS
SM
MD
LG