Koreen araaraa wal dhibdee ABO fi Mootumma Itiyoophiyaa jiddu ture furuuf hundeffame Roobii iftaanii irra kaasee bakka waraanni Adda Bilisimmaa Oromoo jiru hundatti bobba'uu miseensota waraanaatiif simanaa taasisuuf qophii xumuruu isaa beeksise.
Koreen kuni hojiilee kaniin guyya 20 keessa xumuuruuf kan karoorfatee ture ta'ulee amma guyyoni 10 dabalate keessatti akka xumuramu karoorfatee kan hojjata jiru ta'uu isaas beeksisee jira.