Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waggaa Tokkoffaa Dr. Abiyyi Gara Aangootti Dhufan Laalchise Yaada Jiraatota Magaalota Naqamtee, Gimbii fi Amboo


Waggaa tokkoffaa Muummichi Ministira Itoophiyaa Doktor Abiyyi Ahmad gara Aangootti dhufan ilaalchisee jiraattotni magaalota Naqamtee, Gimbii fi Amboo tokko yaada Raadiyoo sagalee Ameerikaaf kennaniin, hojiiwwan Dr. Abiyyi milkaa’inaan hojjatan akkuma jiran, dhimmoonni ammallee furmaata barbaadan jiraachuu dubbatan.

Wallagga Yunivarsitiitti, barsiisaan barnoota Lammummaa fi Finfinnee Yunivarsiitiitti , barataan dooktorummaa barnoota Nagaa fi Tasgabbii obbo Qananii Jibaatis bulchiisa waggaa tokkoo Dr. Abiyyi Ahimed ilaalchisee xiinxala gama isaanii kennanii jiru.

Naakoor Malkaa tu Naqamte irraa erge.

please wait

No media source currently available

0:00 0:09:38 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG