Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sadarkaa Qulqullina Barnootaa Eegsisuuf Murteessaan Dandeetti Eenyuuti?


Qormaatni ga'umsa dandeetti barsiistotaaf kennamuun qulqullina barnoota egisisuu keessatti gummacha gudaa qaba kan jedhan barsiistoni, barattoonni fi maatiin barattootaa beekamti waraqaa qofa otoo hin taane barsisootaaf jajjabessitun wal cina kennamuf qaba jedhan.

Biiroo Barnoota Oromiyaatti itti anaan hogganaa ka ta’an obbo Girmaa Faayisaa qormatii ga'umsa dandetti kun tooftalee qulqullina barnoota ittin egsiisan keessa tokko jechu.Namni waraqaa ragaa kana harkaa qabu bakka sadarkaa itti beekamtti qabutti dorgoma jechuun Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:01 0:00

XS
SM
MD
LG