Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Walitti Bu'iinsa Naannoo Daangaa Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa fi Naannoo Amaaraa Furuuf Jaarsoleen Socho'aa Jiran


Rakkoo walitti bu'iinsaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa fi Naanno Amaara Godina Shawaa kaabatti uumame furuuf gareen jaarsole gama lamaanimuu socho'aa akka jiran himame.

Dhimma ijoo walitti bu'insa kanaa kan ta'e gaandaa naannolee adda baasu irratti xiyyeefatamuu akka qabu himamee jira.

Gabaasaa Muktaar Jamaal Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00

XS
SM
MD
LG