Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duulli Gibira Funaansaa Naannoo Oromiyaa Kan Wagga Tokkof Turu Eegalame


Duulli gibira funaansaa naannoo Oromiyaa kan wagga tokkof turu eegalamee jira. Sagantaa Adamaatti geggeessame irratti namooni bebekamoo fi artiistoni Ambaasadara Gibiraa jedhuun ka moggaafaman yoo ta'u, “hubana kaffaltii giibiraa gabbis irratti qooda guddaa qabaatu,” jedhamee jira.

Muktaar Jamaal tu gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:48 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG