Xurree ittiin seenan

Breaking News

Godina Wallagga Lixaa Jimaata Darbe Namoonni Sadii Hidhattoota Mootummaatin Ajjeefaman: Jiraattota


Godina Wallagga Lixaa Aanaa Qondaalaa Ganda Maree Suuqaatti Jimaata darbe hidhattootni mootummaa namoota sadii ajjeesanii sadii madeessan, jechuun namootni naannoo VOAn dubbise.

Bulchaan Aanichaa waan jedhame raawwatamuun mirkana tahuu dubbatanii, “Odeeffannoo dogongoraa diinni dabarseen rakkoon kun mudate. Jiraattota ala miseensotni Raayyaa Ittisa lamas qaamuma dogongoraan dhukaasa banee sanaan ajjeesaman,” jedhan. Dhimmichi qoratamaa akka jirus Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himanii jiru.

Naakor Malkaa tu Naqamte irraa gabaase.

please wait

No media source currently available

0:00 0:07:48 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG