Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miidiyaa Hawaasaa Irratti Oduu Afarfamuun Jijjiiramni Argamu Hin Jiru: Muummicha Ministeeraa Abiy Ahimed


Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa, Dr.Abiy Ahimed
Muummicha Ministeeraa Itoophiyaa, Dr.Abiy Ahimed

Mummichi ministeera Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad milkoomiina waggaa tokko keessatti argame kan ilaaleen ibsa kennan keessatti midiyaa hawaasaa irratti qeeqa ta’u hin qabne oloola diggaa dhiyaatan qeeqan.

Gareen waan itti hin tolle qaban hanga filannoo isa dhufuutti obsuu malee deemsa seeraan alaa keessa seenu akka hin qabne ibsan mata dureen isaa “ADIS WEG” ka jedhuu fi guyyoota lamaaf mariin hoteela Sheraaten keessatti geggeessame kaayyoon isaa tokko kaleessa har’a waliin wal madaaluu ka jedhu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:01:58 0:00

XS
SM
MD
LG