Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Ammallee Lammilee Itiyoophiyaa 150’Oltu Manneetii Hidhaa Keeniyaa Jira’ – Imbaasii Itiyoophiyaa


‘Ammallee Lammilee Itiyoophiyaa 150’Oltu Manneetii Hidhaa Keeniyaa Jira’ – Imbaasii Itiyoophiyaa
‘Ammallee Lammilee Itiyoophiyaa 150’Oltu Manneetii Hidhaa Keeniyaa Jira’ – Imbaasii Itiyoophiyaa

Imbaasiin Itiyoophiyaa Keeniyaa jiru ammas lammileen Itiyoophiyaa 150 ol manneetii hidhaa gara garaa keessa akka jiran beeksise.

Imbaasii Itiyoophiyaa Naayroobii jirutti Hoogganaa Waajjira Qoonsilaa ka ta’an Obbo Teewodroos Teferii Kaleessas lammileen Itiyoophiyaa 54 Keeniyaatti hidhaa turan gadhiifamanii gara biyyatti deebifamuu himanii jiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:12 0:00

XS
SM
MD
LG