Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koreen Diyaaspooraa ‘Trust Fund’ Naayroobiitti Buusii Walitti Qabuu Jalqabuu Beeksise


Koreen Diyaaspooraa ‘Trust Fund’ Naayroobiitti Buusii Walitti Qabuu Jalqabuu Beeksise

Koreen Diyaaspooraa ‘Trust Fund’ Keeniyaatti buusii lammilee Itiyoophiyaa biyyattii keessa jiraaatan irraa walitti qabuu jalqabuu beeksise.

Sagantaa snabata darbe Imbaasii Itiyoophiyaa naayroobii jirurratti lammileen Itiyoophiyaa Keeniyaa Jiraatan argamanii irratti hirmaatanii jiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:05 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG