Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itti aanaa Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Dambi Doollootti Hawaasa Mar'achiisan


Itti aanaa Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa kaleessa muudaman - Obbo Shimallis Abdiisaa har'a bakka bu'oota hawaasaa Dambi Doolloo fi Qellam Wallaggaa waliin marii taasisanii jiru.

Namootni marichatti hirmaatan hagi tokko Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf yaada kennaniin, Obbo Shimallis nageenya godinichaa deebisuuf waadaa seenuu isaanii ibsan.

Marii Dambidoollootti geggeessan akkuma xumuranitti, dhimma nageenya daangaa irratti hoggansa Asoosaa jiru waliin mari'achuuf gara sanatti imalan. Naakoor Malkaa tu Naqamtee irraa gabaase. Guutummaa isaa caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:50 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG