Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kiristaanoonni Har’a Guyyaa Fannifamuu Yesuus Yaadataa Oolan


Kiristaanoonni kuma hedduun jimaata har’a magaalaa Jerusaaleem ishee durii lafa yesuus kristoos itti fannifamee ture jedhanii amananitti har’a argamanii jiran.

Yaadannoo guyyaa fannifamuu gooftaa yesuus har’a kabajamee oolu irratti kristaanonni fannoo muka irraa hojjatame gatitti baachuun macaafa qulqulluu dubbisuun akkasumas faarfataa oolan.

Kiristaanonni Iseraa’eel keessatti har’a argaman kun guutummaa addunyaa irraa guyyaa kana yaadachuuf dhufan

XS
SM
MD
LG