Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakkoo Akka Ruwaandaa Irraa Of Ittisuuf Maal Gochuu Barbaachisa?


Bakka yaadannoo wegga 25ffaa fixiinsa Ruwaandaa- Uffata namoota dahoo barbaacha bataskaana dhaqanii achumati haala sukkanneessaa ta'en ajjeefamanii
Bakka yaadannoo wegga 25ffaa fixiinsa Ruwaandaa- Uffata namoota dahoo barbaacha bataskaana dhaqanii achumati haala sukkanneessaa ta'en ajjeefamanii

Ruwaandaan, ajjeechaa duguuginsa sanyii waggoota digdamii shanii dura biyya ishee keessatti geggeeswsamee fi uummata kuma dhibba saddeetii ol fixeef, baatii tokkoof sirna yaadannoo geggeessaa jirti. Wal-fixinsa Addunyaa irratti isa hamaa tahe kana irraa Itiyoophiyaabn hubannaa akkamii argate? Rakkoo akkanaa of irraa ittisuuf maal gochuu barbaachisa?

Kana irratti, gabaasaan keenya Naakor Malkaa yaada uummataa walitti-qabee nuuf erge qaba. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:16 0:00

XS
SM
MD
LG