Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muudamni Harraa Midiyaalee Jalaa Dhorkamee, Cufataan Geggeessame


Obboo Shimallis Abdiisaa, Itti aanaa Preezdaantii BMNO
Obboo Shimallis Abdiisaa, Itti aanaa Preezdaantii BMNO

Itti-gaafatamaa Biiroo Komiyunikeeshinii Naannoo Oromiyaa - Obbo Admaasuu Daamxoo dubbisnee jira.

Caffeen Oromiyaa yaa’i hariifachiisaa har’a taa’een Obboo Shimallis Abdiisaa Itti aanaa Preezdaantii naannichaa taasisee, bakka Obbo Lamma Magarsaa busuun muudee jira.

Muudamni kun haala kanaan dura hin baratamiiniin midiyaalee jalaa dhorkamee cufataan geggeessame. Dhimma kana irratti itti-gaafatamaa Biiroo Komiyunikeeshinii Naannoo Oromiyaa - Obbo Admaasuu Daamxoo dubbisnee jira. Dhaggeeffadhaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:54 0:00

XS
SM
MD
LG