Xurree ittiin seenan

Breaking News

Museveniin Prezidaantummaaf Dorgomuuf Carraa Argatan


Ugaandaa keessatti daangeeffamuun umrii akka ka’uuf kan manni murtii heeraa murteesse Manni murtii mummichi kan Ugaandaa raggaasisee jira.

Seera tumtoonni mormituu garu murtiin kun sirrii miti, murtiin haqaa akka hin kennamiin agarsiisa jedhan.

Prezidaantiin Ugaandaa Yowerii Museevenii bara 2021 filannoo prezidaantii gaggeeffamuuf jiru irratti umrii isaanii 75 tti akka dorgomaniif carraa kenna.

Manni murtii mummichi kamiisa kaleessaa murtii bara 2018 dabarfamee kan museveniin akka dorgomuu danda’uu mirkaneesse sana irra deebi’ee raggaasise.

Museveniin bara 2016 marsaa arfaffaaf prezidaantii ta’uun filatamuun ni yaadatama.

XS
SM
MD
LG