Xurree ittiin seenan

Breaking News

Suudaan Keessatti Hiriirri Itti Fufee Jira


Waraanni Suudaan prezidaantii biyyatti Omar Al- Bashir aangoo irraa buusee biyyatti eega to’atee torban tokko booda hiriirtonni amma iyyu bulchiinsii sivilii akka hundeessamuuf gaafataa jiru.

Ministrii ittisaa sudaan kan Kaartuum keessaa cina hiriirtoonni taa’uun mormii kan itti fuffan yoo ta’u kaawunsilii sivilootaa hundeessuuf maqaa namootaa walitti qabaa jiru.

Kunis waraana biyyatti gaggeessu bakka buusuuf ta’uun beekamee jira.Kaawunsiliin sivilootaa hundeeffamu kan yeroo ce’umsaa fi harka 40 kan ta’an dubartoota ta’uuf ka jiran ta’un ibsamee jira.

XS
SM
MD
LG