Xurree ittiin seenan

Breaking News

Guyyaa Walabummaa Preesii: Caamsaa Sadii 


Addunyaa Irratti Guyyaan Walabummaa Preesii Caamsaa Sadii Kabajamee Oola.Waa’een walabummaa preesii dubbatamaa kan ture ta’uus dhugaan har’a iyyu ta’u Gazeesseesoota mudataa jiruaddunyaa iddoo hedduu keessatti gara sadarkaa akka dinuummaatti ilaalamuutti guddatee jira.

Gabaasnii haaraa ba’e akka agarsiisuutti bara keessa jirru 2019 keessa walabummaan preesii gad adeemaa jira.Kunis harka caalaan isaa tarkaanfii jabaa gaazexxesoota irratti fudhatamaa jiru irraa madde.Maraafuu barbaachisummaan preesii walabaa maali?

Gabaasa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:14 0:00

XS
SM
MD
LG