Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dubartoota Miidhma Qaamaa Qaban fi Hojii Isaanii


Qaamaa miidhamuun sammuu dhaa miidhamuu waan hin taaneef hojjatnee of jiraachisuurraa waan nu dhorke hin jiru jedhu, dubartootni miidhma qaamaa qaban yaada isaanii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kennaniin.

Tsiggee
Tsiggee

Dhaabbatni Haaromsa Hawaasummaa “Vision” jedhamu ka magaalaa Ambootti argamu namoota qaamaa-miidhamtota tahaniif maallaqa ittiin ka’umsa hojii gumaachaa, akkasumas leenjii barbaachisu kennaa akka jiru itti gaafatamaan damee bulchiinsaa jaarmayichaa dubbatanii jiru. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa gabaase. Caqasaa.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:14 0:00

XS
SM
MD
LG