Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabbatoota Aadaa fi Artii Oromoo Misoomsuutti Fuuleffachuuf Gamooleen Sadii Finffinneetti Ijaarramuufi Jedhame


(Suuraa Faayilii)
(Suuraa Faayilii)

Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa dhaabbatoota Aadaa fi Artii Oromoo misoomsuutti fuuleffachuuf gamoolee sadii Finffineetti ijaaruuf waliigaltee ijaarsaa mallatteessee jira.

Giddu-galoonni sadeen Leenjii Artii Oromoo, Oomishaaf uffata Aadaa fi Oomisha nyaata aadaa Oromoof kanneen ijaaraman yoo tahu baajetni Qarshii miliyoona 700 fi miliyoona 38 kan ramadameef tahuu hoogganaan Biiroo Aadaa fi Tirizimii Oromiyaa Dooktar Garamoo Ulluuqaa ibsanii jiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:08:06 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG