Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaaffii Uummataa Maal Ture?


Godina Baalee Aanaa barbaretti namoonni hojii Humana fi hojii qonna abbooti lafaa waliin qixxe hojjata turan mootumman lafa qonna kennefii akka of danda’anii hojjataniif haalii akka mijeessamuuf gaafatan.

Hoggansi Naanno dabalatee rakko isaani kan dhaqee laale fi bakka jiraataa turanitti debi’anii haalli akka isaaniif mijeeffamu murteffamuu isaa Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksisee jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Gaaffii Uummataa Maal Ture?
please wait

No media source currently available

0:00 0:08:04 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG