Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kanneen Jireenya Irraa Buqqa’an Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru Jedhu


"Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru"
please wait

No media source currently available

0:00 0:16:30 0:00

"Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru"

Godina Horroo Guduruu Wallagggaa Aanaa Hamuruu Ganda Guyii Teeboo jedhamutti ji’oota sadan darbaniif waan deggersi midhaan nyaataa hin taasifamneef yoo xiqqaate daa’imman 10 lubbuun isaanii darbeera jedhan jiraattotni hangi tokko.

Kanneen Jireenya Irraa Buqqa’an Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru Jedhu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:03 0:00

Itti gaafatamtootni waajjira Hooggansa sodaa balaa Aanaa fi godinichaa deggersichi kan addaan cite ji’a sadiif osoon taane, ji’a lamaaf dhaabbate erga jedhan booda hooggansa ole aanutti dhimmicha beeksisanii deebii eeggataa jiraachuu himan.

Kan daa’imman du’aniiru jedhame ilaalchisee akka qabne ibsan.

Komishiniin Hooggansa Sodaa Balaa Naannoo Oromiyaa gama isaan sababa deggersi itti harkifateef waan maallaqni dafee hin ergamneefidha jedheerA.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG