Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru"


"Gargaarsii Nu Dhaqqabaa Hin Jiru"
please wait

No media source currently available

0:00 0:16:30 0:00

Godina Horroo Guduruu Wallagggaa Aanaa Hamuruu Ganda Guyii Teeboo jedhamutti ji’oota sadan darbaniif waan deggersi midhaan nyaataa hin taasifamneef yoo xiqqaate daa’imman 10 lubbuun isaanii darbeera jedhan jiraattotni hangi tokko.

​
XS
SM
MD
LG