Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirna Cuubbaa Hordoftoota Amantaa Ortoodoksii Naasise


Sirna Cuubbaa Hordoftoota Amantaa Ortoodoksii Naasise
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:39 0:00

Sambat-duraa darbe, Hagayya 10 bataskaana Raashiya tokko keessatti lubni yeroo sirna Cuubbaa geggeessu daa'ima daddarbaa fi dirqisiisaa, booda immoo ukkamsaa geggeesse hordoftootaa amantaa Ortoodoksii qofa odoo in ta'in namoota hunda rifachiise. Haati daa'imatti irraa fudhachuuf yaalii goote. Lubni sirna cuubbaa haala barameen ala geggeesse kun garuu, "wanniin godhe sirriidha. Haati dai'mattii akkaataa sirni kun itti geggeeffamu waan in beekneef hojii kiyya na dhaabsisuuf yaalte," jedha.

XS
SM
MD
LG