WAASHINGITAN, DIISII —
Looltonni ishee sadii har’a walitti bu’iinsa Hindii waliin naannoo daangaa Kaashmiritti gaggeeffameen ajjeefamuu Paakistaan beeksiiftee jirti.
Dhimma Kutaa Himaaliyaa ilaalchisee biyyonni lameen giddutti muddamsii dabalaa jira.
Hariiroon Hindii fi Paakistaan Gidduu Laaffataa Jira
Dubbi himaan waraana tarkaanfii haaloo ba’insaa fudhatameen jetti Paakistaan looltonni Hindii shan ajjeefamanii jiran.Angawaan waraana Hindii garu looltonni koo hin ajjeefamne garu kan Paakistaan sadii ajjeefamuu mirkaneessan.
Mummichi Ministeera Paakistaan Hindii Akeekkachiisan
Waan biyyonni lameen jedhan kana maddeeen walabaan mirkaneesuun hin danda’amne.