Hokkarri maatii keessaa maali? Furmaani isaahoo?
Dhimma kana irratti marii gabaastun VOA Tuujubee Horaa oggeetti fayyaa Aaddee Furtuu Annootaa wajjin geggeesite daawwadhaa. “Hokkara maatii keessaa ittisuun mirga namaaf falmuu dha,” ka jedhan ogeettiin fayyaa kun rakkinichi hawaasa keenya keessatti ammam hammaataa akka ta’e tarreessudhan rakkinni kun jiraachuu isaa ifatti haasahun immoo hiikoo isa jalqabaa ta’uu hubachiisan.