Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Mormii Magaalaa Adaamaa Sana Booda Rakkoon Mudate Guddaa Ture : Angawaa Magaalaa


Hiriira Mormii Magaalaa Adaamaa Sana Booda Rakkoon Mudate Guddaa Ture : Angawaa Magaalaa
Hiriira Mormii Magaalaa Adaamaa Sana Booda Rakkoon Mudate Guddaa Ture : Angawaa Magaalaa

Magaalaa Adaamaa Keessatti walitti bu’iinsa uuamamee keessaa kanneen harka qaban hojiin to’annaa jala oolchuu itti fufee kan jiru ta’u Obbo Birruu Dagafaa qindeessaa garee Midiyaa fi yaada uummataa magaalaa Adaamaa ibsanii jiru.Gocha Jawaar Mohammed irratti raawwatame jedhan mormuun hiriira ba’amee sana booda walitti bu’iinsi kun dhaqqabe jedhan.

Lakkobsa namoota walitti bu’iinsa uumameen ajjeefamanii 16 ta’uu fi kanneen badii dhaqqabe waliin hidhata qabaachuun shakkamanii hanga ammaatti namnii 98 to’annaa jala ooluu Obbo Birruun ibsanii jiru.Hojiin shakkamtoota to’annaa jala oolchuun kun kan itti fufuu ta’u hubachisanii Jiran.

Kokolaataa fi qabeenyii adda addaa kan gubaman ta’uus waldaan kristaanaa gubatee akka hin jirre ibsa. Naannoo uummaanni Harargee irra dhufan qubataniitti Masjiida jiru irra midhaan dhaqqabu dubbatan.

Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame Caqasaa

Hiriira Mormii Magaalaa Adaamaa Sana Booda Rakkoon Mudate Guddaa Ture : Angawaa Magaalaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:21 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG